Itoophiyaatti torban lamaan darban keessa lakkoofsi gaazexeessitootaa fi ogeeyyii miidiyaa humnoota nageenyaatiin to'annoo jala oolanii 18 gahuu Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa beeksise.
Dhaabbileen idila-addunyaa mirga gaazexeessitootaaf dhaabbatan RSF fi CPJn, guyyootaan dura dhimma walabummaa miidiyaa Itoophiyaa keessa jirurratti ibsa baasanii gaazexeessitootni 11 guyyoota muraasa ...
Austraaliyaan daa’imman umuriin isaanii waggaa 16 gadii akkaawuntii miidiyaa hawaasaa akka hin fayyadamne daangeessaa kan jirtu yoo ta’u, maatiin hedduun qabatamaan maal jechuu akka ta’e gaafachaa ...