Ji'a sadii dura hoogganaa Oromiyaa Biroodkastiing Neetwoork (OBN) ta'uun muudamee kan ture gaazexessaa Mohaammad Adeemoo mootummaan aangoo kanaa oliifin si barbaada jechuun bakka turerraa isa kaasuu ...
Gaazexessaa Oromia Broadcasting Network (OBN) kan ta'e Seefuu Gurmuu erga hidhamee ji'a tokkoo ol lakkoofsisuu maatiin BBCtti himaniiru. Haati warraa isaa Aadde Turungoo Raggaasaa akka jedhanitti, ...